Jump to content

Pilaastiidii

Wikipedia irraa
gosoota pilaastiidii
Kilooroopilaastoota seelii Plaagiyumnium affine keessatti mul’atan

Pilaastiidiin ykn Sibaakduun orgaaneelii biqiltootaa fi waabara ofumaan wal horudha . Pilaastoomiin jiinooma DNA pilaastiidii ti. [1] p341 Isaan akka maashinii xixiqqoo seelii keessa jirani : tokkoon tokkoon isaanii keemikaalota barbaachisoo biqiltuun sun itti fayyadamu ni hojjetu ykn ni kuufa.

Fakkeenyonni pilaastiidii:

  • Caasmagarroo : footosinteesii; pilaastiidonni biroo kilooropilaastoota irraa kan guddatan ta’uu danda’a. Etioplasts jechuun kilooropilaastoota ifaaf hin saaxilamne dha.
  • Daraarhalleessituu: oomisha fi kuusaa pigmentii .
  • Horbifaala: halluu kan hin qabne, terpenes kan akka resin hojjetu . Yeroo tokko tokko gara gosoota pilaastiidii adda ta’anitti guddatu:
  1. King R.C. Stansfield W.D. & Mulligan P.K. 2006. A dictionary of genetics, 7th ed. Oxford.