Taayitummaa
Appearance
Taayitummaan ejjennoo siyaasaa akka waliigalaatti waa’ee yaada bilisummaa dhuunfaa hirdhisuun aangoof cimsee ajajamuu leellisuu jedhamuun beekamudha. Sirni dimokiraasii fugginaan, sirni kun wabii malee aangoo nama dhuunfaaf ykn gartuu muraasaa tokkoof dabarsee kennuudhaan kan amala qabudha. Cunqursaa, abbaa irree, fi sirnoonni dunneettummaa bifa sirna kanaati.