Jump to content

Diriiroo habalakaa

Wikipedia irraa

diriiroon habalakaa ykn baldhinni habalakaa maashiniiwwan salphaa ja'an keessaa isa tokko.qaama dirra diriiraa qabu (akka xaawulaa) kan kallattii dalgaa irraa kofa ta'een ol jedhee jiru. Diriiroon habalakaa waan ulfaatu tokko ol baasuuf ykn gadi buusuuf tajaajila. Yaalii fiiziksii keessatti haala sochii qorachuuf tajaajila. Fakkeenyaaf, bilookiin xiqqoon diriiroo habalakaa irra akka asii gadi bu'u taasisuun humna rigataa baarbaaduun ni danda'ama.